What the world is watching right now

Andualem Gosa · 1,037,939 · 2026-07-24
This video features a performance of an Amharic love song titled "Yaadadhu," which translates to remember me and you, focusing on themes of deep affection and longing between two people. The lyrics express intense emotional devotion where one partner pledges their heart solely to the other while promising loyalty despite any trials or separation they might face together in life. Musical instruments accompany the vocals throughout the track as the singer repeats verses about remembering shared memories and walking hand-in-hand through difficult times without hesitation.
Auto-summarised from the video’s captions. It may be imprecise.
Andualem Gosa | Waa’ee Jireenya koo!| New Oromo Music 2026 Yeedaloo fi Walaloo: Andualem Gosa Director: Amanuel Merga Cinematography: Ephrem Tsegaye Music Arrangement: Ephraim Berkenh Urga Lead Guitar: Robel Mehari Bes guitar: Luham Mehari Yaadannoon Wallee kanaa haadha warraakoo, kan waliin bor karoorsinee utuu jiraannuu, har’a keenya dhabneef naaf haa ta’u! Yaadadhu anaafi ati gaafa wal barannee Ulaagaan maal ture, maalfaa wal gaafanne Akka itti wal utubnee turre jaalalanii Atuu beekta giiftiikoo in wayyu akkaanaani Waa’ee jireenya koo libsuudhaan dabarse Egeree bareedaa si wajjin karoorsee Abjuu qabna borii karaa fagoo deemna Nun laaffisin laafte qofaa koo naaf gama Utuun jedhuu, naafi ati, kunoo akkas taanee Carraatiin, dhiibamnee hireen adda baanee Manni itti kolfinee horre jaalalaanii Nuuf ragaa, giiftiikoo maal godha maqaanii Tole naaf jettaree waan sirraa barbaade Al tokko deebi’ii an ijakeen yaadee Tole naaf jettaree waan sirraa barbaade Al tokko deebi’ii an ijakeen yaadee Baayyinni jecha, dubbiin arraba Sirra naan caalu, inni ni darba Wanta keessakeen dhugaakeen beeka Kara deemsakeen dhufa kee eega Baayyinni jecha, dubbiin arraba Sirra naan caalu, inni ni darba Wanta keessakeen dhugaakeen beeka Kara deemsakeen dhufa kee eega Hirrinakoo keessaa Ati anaaf dhugaadha Manat injirre keessa Hirrudha bar ani duwwaa Ganzaba iyyeessaa Ati anaaf dhugaadha Manat injirre keessa Hirrudha bar ani duwwaa Yaadadhu anaafi ati gaafa wal barannee Ulaagaan maal ture, maalfaa wal gaafanne Akka itti wal utubnee turre jaalalanii Atuu beekta giiftiikoo in wayyu akkaanaani Waa’ee jireenya koo libsuudhaan dabarse Egeree bareedaa si wajjin karoorsee Abjuu qabna borii karaa fagoo deemna Nan laaffisin laafte qofaa koo naaf gama Utuun jedhuu, naafi ati, kunoo akkas taanee Carraatiin, dhiibamnee hireen adda baanee Manni itti kolfinee horre jaalalaanii Nuuf ragaa, giiftiikoo maal godha maqaanii Tole naaf jettaree waan sirraa barbaade Al tokko deebi’ii an ijakeen yaadee Tole naaf jettaree waan sirraa barbaade Al tokko deebi’ii an ijakeen yaadee Daawitii manaa, ifa jiruukoo Ati deemnaani, argame hirrunkoo Karaan fagaatus dhufuunkoo in oolu Gaafasin hima waan ormi jedhu Daawitii manaa, ifa jiruukoo Ati deemnaani, argame hirrunkoo Karaan fagaatus dhufuunkoo in oolu Gaafasin hima waan ormi jedhu Hirrinakoo keessaa Ati anaaf dhugaadha Manat injirre keessa Hirrudha bar ani duwwaa Ganzaba iyyeessaa Ati anaaf dhugaadha Manat injirre keessa Hirrudha bar ani duwwaa

WiggleToonsVEVO · #61

UkriBlox · #61

SMTOWN · #60

ClashGames - Topic · #60

Anime Expeditions · #62

DJ TYNA · #59